Fana: At a Speed of Life!

Istuudiyoon Ch – 2 fi Teeknooloojii OBVAN eebbifame

Finfinnee,Waxabajjii 21, 2012 (FBC) –  Istuudiyoon Ch – 2 fi Teeknooloojii OBVAN eebbifame.

 

Sirna eebbaa kanarratti Muummee Ministira  Dooktar Abiy Ahimad, Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi qondaaltonni Olaanoo Naannolee fi federaalaa bakka argamanitti eebbifameera.

 

FM’n Walisoo, Amboo fi Baalee Roobee guyyaa har’aa kana eebbifameera.

 

Sirna eebba kanarratti Daarektaarri olaanaan Oromiyaa Broodkaastiingi Neetwoorki obbo Zinaabuu Asraat Oromiyaa Broodkaastiingi Neetwoorki akkuma ummanni Oromoo hammachuu beekuu Oromiyaa Broodkaastiingi Neetwoorki Afaan Saboota biyyattin tamsasa jiru cinatti yeroo dhiyootti Afaanoota biroos itti dabaluun tajaajilummaa isaa guddisuuf qophii xumuree jira jedhan.

 

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.