Fana: At a Speed of Life!

Itiyoo Telekoom bu’aa Birrii biiliyoona 11 argachuu ibse

Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)- Itiyoo Telekoom baatiiwwan jahan darbanitti bu’aa qulqulla’ee Birrii biiliyoona 11 argachuu beeksise.

Hojii Raawwachiistuun dhaabbatichaa Fireehiwoot Taammiruun raawwii baatiiwwan jahan darbanii ilaalchisuun ibsa kennaniiru.

Ibsa kennaaniin, dhaabbatichi galii Birrii biiliyoona 42.9 argachuu dubbataniiru.

Dabalataniis sharafaa alaa Doolaara miiliyoona 84.7 argamuu ibsan.

Akkasumaas maammiltoota miiliyoona 74.6 horachuu eeraniiru.

Fayyadamtoonni TeeleeBirrii miiliyoona 41.1 qaqqabuu fi tajaajila kanaan Birriin Tiiriliyoonni 1.9 socho’uu kaasaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.