Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaa 0 – 3 Burkiinaa Faasoo

Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Tapha gulaallii Waancaa Addunyaa har’a gaggeeffameen Gareen biyyaalessa Itiyoophiyaa gita isaa Burkiinaa Faasoon injifatame.

Gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa Itiyoophiyaa gulaallii Waancaa Addunyaa ramaddii 2ffaa har’a gita isaa Burkiinaa Faasoo waliin taphateen goolii 3 fi 0n injifatameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.