Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaa 1- 2 Leeseettoo

Finfinnee, Bitootessa 12, 2016 (FBC) – Tapha madaallii gahumsaan Itiyoophiyaan Leeseetoon injifatamte.

Tapha michoomaa har’a Istaadiyeemii Finfinneetti taphatameen Itiyoophiyaan Leeseettoon galchii 2 fi 1n injifatamteerti.

Gareen biyyaalessaa biyyoota lamaanii tapha michoomaa idil Addunyaa 2ffaa isaanii Dilbata dhufu Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti kan taphatan ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.