Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaa fi Aljeeriyaa gidduu balallii kallattii eegale

Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC)- Ityoophiyaa fi Aljeeriyaatti gidduu balallii kallattii jalqabaa gaggeeffame.

Balallichas Aljeeriyatti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Naabiyat Geetachoo, Ministirri Geejjibaa Aljeeriyaa Yooseef Carfa fi Daayrektara olaanaa Daandii qilleensaa Aljeeriyaa Yaasiin Bansilimaane eegalchiisaniiru.

Balallii taasifameen jilli Ambaasaaddar Naabiyatii fi Yooseef Carfaan durfamu gara Finfinneetti imaluu ragaan Aljeeriyaatti Embaasii Ityoophiyaarra argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.