Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaaf deeggarsi meeshaalee yaala Fayyaa Doolaara miiliyoona 3 taasiifame

Finfinnee, Guraandhala 15, 2016 (FBC) – Dhaabbanni Gargaarsaa Ameerikaa Itiyoophiyaaf deeggarsa meeshaalee yaala Fayyaa Doolaara miiliyoona 3 taasiiseera.

Dhaabbatichi Meeshaalee qorannoo Dhibee TB lakkoofsaan 156 ta’an deeggarsa taasiisuu ibsameera.

Itiyoophiyaatti Hojiin yaala Fayyaa bu’aa qabeessa akka ta’uuf Ameerikaan deeggarsa barbaachisu kan taasiiftu Itiyoophiyaatti Daayrektarri dhaabbatichaa Iskoot Hooklaandar ibsaniiru.

Deeggarsi taasiifame hojii qorannoo dhibee TB hojjetamaa jiru caalmaatti kan cimsu ta’uu eeramuu TOI gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.