Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaan Walga’ii biyyoota BRICS irratti hirmaachaa jirti

Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) –Itiyoophiyaan Walga’ii biyyoota BRICS Afrikaa Kibbaa Darbaanitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti.

Muxannoon Dippiloomaasii duraanii qabdu miseensa biyyoota BRICS akka taatu ishee gargaaruu Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Maammoo Mihiratuu ibsuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

Miseensa Liig Of Neeshiinii akkasumas hundeessituu Dhaabbata Mootummoota Gantoomanii fi Gamtaa Afrikaa ta’uu akka fakkeenyaatti kaasaniiru.

Itiyoophiyaan seenaa Dippilomaasiin kan beekkamtu ta’uu eeruun, kunis miseensa BRICS akka taatuuf ishee gargaaruu dubbataniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.