Fana: At a Speed of Life!

Itti aantuu dura teessuun Rippablikaanii Koolooraadoo Parsiilaan Raahan sosochii #Ni Ga’aatti makaman

Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Ameerikaatti Itti aantuu dura teessuun Rippablikaanii Koolooradoo Parsiilaa Raahan dhiibbaa bulchiinsi Joo Baayden Ityoophiyaatti taasiisaa jiru mormuun sosochii #Ni Ga’aatti makamuu beeksiisaniiru.
Parsiilaan waglga’ii Mana Maree Siiviilii Ityoophiyaanoota Ameerikaa waliin taasiisaniin dhiibbaa Joo Baaydenii fi ejjennoo isaa qeeqaniiru.
Giddu seentummaa fi qoqqoobbii bulchiinsi Baayden Ityoophiyaarraa ka’ees mormaniiru.
Ityoophiyaa cinaa ta’uu isaanii agarsiisuuf sosochii ‘NO MORE’tti makamuu fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.