Fana: At a Speed of Life!

Itti Aantuu Kantiibaa Adaanach Abeebee Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa waliin marii’atan

Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Cha’awu Chiyuwaan waliin marii’ataniiru.
Aanga’oonni lameen dhimmoota hariiroo biyyoota lameenii cimsuu danda’urratti marii’achuun ibsameera.
Akkasumaas, qulqullina bu’uuraalee misoomaa fi haala raawwii isaa fooyyeessuu dhimmoota danda’amurratti marii’achuus himameera
Dabalataan Finfinnee magaalaa jireenyaa fi hojiif mijatuu akkasumaas miidhagduu taasisuuf hojiin hojjetamuu cimee itti fufuu akka qabuus eeraniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.