Fana: At a Speed of Life!

Ityoo Teeleekoom Lakkoofsa barreeffama ergaa gabaabaa raayyaa ittisa biyyaaf galii walitti qabuuf gargaaru ifoomse

Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC) – Ityoo Teeleekoom Lakkoofsa barreeffama ergaa gabaabaa raayyaa ittisa biyyaaf galii walitti qabuuf gargaaru ifoomse.
Lakkoofsi dhaabbaticha har’a ifoomse kunis 6800 ta’uu ibsameera.
Haaluma kanaa qaamni kamiiyyuu 6800 irratti hanga maallaqa barbaaduu erguun kabajaa fi deeggarsa raayyaa ittisa biyyaaf qabu muul’isuu kan danda’u ta’uu dhaabbatichi beeksiseera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.