Fana: At a Speed of Life!

Ityoo-Telekoom keesummoota waamicha “Iid hanga Iid” fudhachuun gara biyyaa dhufaniif tajaajila moobayiliirraa % 70 hir’isuu ibse

Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC)- Ityoo-Telekoom keesummoota waamicha “Iid hanga Iid” fudhachuun gara biyyaa dhufaniif tajaajila moobayiliirraa % 70 hir’isuu beeksiseera.
Dhaabbatichi tajaajiloota garaagaraarraa hanga %70 hir’isuu ibsuun, keessummoota gara biyyaa dhufaniif hawwii gaarii qabu ibseera.
Tajaajilicha buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee fi giddugaloota gurgurtaa mararraa argachuun kan danda’amu ta’uu ragaan Ityoo-Telekoomrraa argame ni mul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.