Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa 7 – 0 Jiibuutii

Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii dorgommii seekaafaan gita isaa Jiibuutii goolii 7 fi 0n injifateera.
Dorgommii Kubbaa Miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa gaggeeffamaa jiruun Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Jiibuutii garaagarummaa goolii hedduun injifateera.
Tapha kanarratti Rade’eet Asrasaahanyi goolii 3 lakkoofsiissuu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.