Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan hariiroo isaanii cimsuuf walii galan

Finfinnee, Adoolessa 22, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan hariiroo isaanii cimsuuf walii galan.
 
Aljeeriyaatti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiiyaat Geetaachaw Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Aljeeriyaa fi waamama gamtaa Afrikaa Aljeeriyaa Eelhaamdii Saallaahii waliin mari’atan.
 
Hariiroo biyyoota lamaanii haala cimsuun danda’amurratti mari’ataniiru.
 
Akkasumas hariiroo dhimmoota naannoo fi idila addunyaa biyyoota lamaanii haala cimsuun danda’muratti mari’ataniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.