Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa fi Poorchugaal haala hariiroo daldalaa fi Invastimantii biyyoota lamaanii cimsuun danda’amurratti mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Komishinarri Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Poorchugaal Luuwiisaa Faargoosoon waliin mari’ataniiru.
Haala hariiroo daldalaa fi Invastimantii biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuun danda’amurratti mari’ataniiru.
Carraa Invastimantii Ityoophiyaan qabdu abbootii qabeenyaa Poorchugaaliif beeksiisuuf qaamoleen lamaan waloon hojjechuuf waliigaluu ragaan Komishinii Invastimantii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.