Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa fi Taanzaaniyaan dhimmoota waraanaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee mallateessan

Finfinnee, Bitootessa 19, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Taanzaaniyaan dhimmoota waraanaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee mallateessaniiru.

Waliigalticha raayyaa ittisa biyyatti itti gaafatamaa olaanaan qindeessaa Meekaanaayizdii Leetinaal Jeneraal, Almaashet Daggifee fi Etaamaajoor Shuumiin Raayyaa ittisa Biyyaa Taanzaaniyaa Leetinaal Jeneraal Maasiyyuu Miikinguulee mallateessaniiru.

Waliigaltichi hariiroo damee waraanaa Ityoophiyaa fi Taanzaaniyaa gara sadarkaa olaanaatti ceesisuu fi jedhameera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.