Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa ga’uumsa teeknooloojii Afrikaa taasisuuf hojjetamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Ityoophiyaa ga’uumsa teeknooloojii Afrikaa taasisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministir deettaan Ministeera Innooveeshiinii fi Teeknooloojii aadde Huuriyaa Aliin ibsaniiru.

Aadde Huuriyaan waltajjii mata duree ‘Imala Ityoophiyaa Teeknooloojiin gabbisuuf’ jedhurratti haasaa taasisaniin damee diijitaalaa teeknooloojiitin Ityoophiyaan gara fula duraatti akka imaltuuf hojiiwwan hojjetamaa jiran kaasaniiru.

Mootumman Ityoophiyaas damichaarratti xiyyeeffannoo laatee hojjechaa jiraachuu kaasaniiru.

Waltajjichaanis hoggantoonni hojii mootummaa biyyoota Afrikaarra walitti babba’aan, hoggantoonni dhaabbilee teeknooloojii, hoggantoonni dhaabbilee faayinaansii fi baankii argamuu ragaan Ministeera Innooveeshinii Teeknooloojiirra argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.