Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaafi Ejensiin Tumsa Idil Addunyaa Kooriyaa waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 10 waliif mallatteessan

Finfinnee, Caamsaa 8, 2015( FBC)- Ityoophiyaafi Ejensiin Tumsa Idil Addunyaa Kooriyaa(KOICA) waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 10 waliif mallatteessuu ibsameera.

Deeggarsichi oomishaafi oomishtummaa aannaniifi bu’aalee aannanii guddisuuf kan oolu yoo ta’u, Piroojektichi waggoottan 6 dhufanitti hojiirra kan oolu ta’uu ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.

Piroojektichi sona dabaluun qonnaan bultoota damicharratti hirmaatan fayyadamoo kan taasisuu ta’uufi hojiimaata damichaa ni ammayyeessa jedhameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.