Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan Miseensa ‘Digital Public Goods Alliance’ taate

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan Miseensaa ‘Digital Public Goods Alliance’ (DPGA) taate.

Daayrektarri Olaanaa Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Obbo Solomoon Sookaa akka jedhanitti Ityoophiyaan miseensa ta’uun tarsimoo dijitaalaa 2025 fi diinagdee biyya keessaa guddisuuf darbees biyyoota miseensotaa biroo waliin muuxannoo waljijjiiruuf carraa kan uumu ta’uu eeraniiru.

Daayrekytarri Olaanaa Pirojektii Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa Obbo Yoodaahee Ar’aayasillaasee gama isaaniin, Ityoophiyaa miseensa walta’iinsichaa ta’uun bu’uuraalee misoomaa dijitaalaa biyyaalessaa ijaaruu fi baasii hir’isuuf faayidaa olaanaa akka qabu dubbataniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.