Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan Walga’ii Mana Maree Ministirootaa Naannawaa Daldala Bilisaa Afrikaa 11ffaa irratti hirmaachaa jirti

Finfinnee, Guraandhala 4, 2015(FBC)- Jilli Ministir Deetaa Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Kaasaahun Gofeen durfamu Walga’ii Mana Maree Ministirootaa Naannawaa Daldala Bilisaa Afrikaa 11ffaa Boostiwaanaa magaalaa Gaabrooniitti gaggeeffamaa jirurratti jira.

Walga’ichaan Misooma Zoonii Diinagdee Addaa Naannawaa Daldala Bilisaa Afrikaa irratti kan mari’atamu ta’uu ibsameera.

Kana malees gabaasa hoggantoota olaanoo daldalaa 14ffaa irratti mari’atamee ni raggaasifamaan kan eegamu ta’uu eerameera.

#Ityoophiyaa #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.