Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanonni 338 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an

Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanonni 338 Sawuud Arabiyaa magaalaa Riyaad irraa gara biyya isaanitti deebi’aniiru.
Lammiileen kunneen wayita buufata xiyyaaraa idil addunyaa Boolee ga’anitti Bakka Bu’aan Daayreektara Dhimmoota Qonsilaa Ministeera Dhimma Alaa achitti argamuun simataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.