Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanoonni kumni 2 fi 212 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi  212 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniru.

Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti argaman gara biyyaa deebisuuf hojiin qindoomina qabu hojjetamaa jiraachuu himameera.

Guyyaa kaleessaas lammiileen kuma 2 fi 212 gara biyyaa deebi’an keessaa dubartoonni 318 fi daa’immaan 183 jedhameera.

Deebitoonni buufata Xiyyaaraa Boolee Idil Aaddunyaa wayita ga’aan simannaa taasifamuufi ragaan Ministeera Dhimma Alaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.