Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,019 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 21, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,019 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 11 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,551f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 1,006 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 122 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 21,847 irratti argama.

Namoonni 365 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 11 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,365 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 159,072 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.