Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 181 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 181 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun nama 4 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 3,633f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 181 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Namoonni haaraan 57 dandamataniiru.

Namoonni 13,296 yaalarratti argamu.

Namoonni 231 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun nama 4 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,037 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 131,727 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.