Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 726 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 28, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 726 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 10 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 5,065f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 726 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 999 dandamataniiru.

Namoonni 13,504 yaalarratti argamu.

Namoonni 225 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 10 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,136 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 140,883 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.