Fana: At a Speed of Life!

Jarman Hospitaaloota 8f deeggarsa meeshaalee Yuuroo miiliyoona 3.6 baasu taasiifte

Finfinnee, Ebla 8, 2016 (FBC) – Mootummaan Jarman gama Baankii Misoomaa biyyattiin Hospitaaloota 8f deeggarsa meeshaalee Yuuroo miiliyoona 3.6 baasu taasiifteerti.
Deeggarsichi Hospitaala Ispeeshaalaayizdii Xiqur Anbassaa, Hospitaalaa Riifaraalaa Adaamaa, Dil Corraa, Dasee, Falaga Hiwaat,Giddu Gala Meedikaalii Yuunivarsiiii Jimmaa, Ayidarii fi Aarbaa Minciif kan oolu ta’uu eerameera.
Deeggarsa meeshaaleen ala tumsa ijaarsa dandeettii fi teeknikaa kan taasisu ta’uus himameera.
Jirmaan deeggarsa Itiyoophiyaaf taasiiftu cimsitee kan itti fuftu ta’uu eeramuu TOI gabaaseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.