Fana: At a Speed of Life!

Jijjiiramichi ummata naannichaa fayyadamoo taasiseera – Obbo Ashaadilii Hasan

Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) – Jijjiiramni sadarkaa biyyaalessaatti argame ummata naannichaa fayyadamoo taasisuu Pireezidaantiin naannoo Beenishaanguul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasan ibsaniiru.

Mootummaan jijiiramaa qormaata hunda dandamachuun fayyafamummaa hundagaleessa lammiilee mirkaneessu danda’uu himaniiru.

Jijjiiramichi waareessuuf ummanni naannichaa hojiilee nageenyaa fi misoirratti cimee hirmaachuu akka qabu hubachiisaniiru.

Har’a magaalaa Asoosaatti deeggarsi mootummaa jijjiiramaa mata duree “Jijjiiramaa biyyaalessaa ni bu’uuressina; nageenyaa keenyaaf waardiyyummaa ni dhaabbanna” jedhuun gaggeeffamuu ragaan Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.