Fana: At a Speed of Life!

Jilli Dippiloomaatootaa fi Abbootii qabeenyaa Naayijeeriyaa Jimmaa daawwataa jiru

Finfinnee, Onkololeessa 14, 2014 (FBC) – Jilli Dippiloomaatootaa fi Abbootii qabeenyaa Naayijeeriyaa Jimmaa daawwachaa jiraachuu ibsame.

Miseensonni jilichaa wayita magaalaa Jimmaa ga’an Kaantibaa magaalaa Jimmaa Najiibaa Abbaa Raayyaa fi Preezdaantii Yuunvarsiitii Dooktar Jamaal Abbaa Fiixaa dabalateen hoggansa magaalichaan simannaan taasiifameefira.

Jilichi har’a iddoolee hawata turizimii fi haalawwan Invastimantii naannichaa ni daawwatu jedhame.

Kaayyoon daawwannichaa Jimmaatti Invastimantii fi Turizimii babal’isuuf waloon hojjechuuf ta’uu himameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.