Fana: At a Speed of Life!

Jilli Dooktar Abiyyiin durfamu Yaa’ii 21ffaa Waldaa Misooma Idil addunyaarratti hirmaachuuf Keeniyaa Naayiroobii gale

Finfinnee, Ebla 21, 2016 (FBC – Jilli Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin durfamu Yaa’ii 21ffaa Waldaa Idil addunyaarratti hirmaachuuf Keeniyaa Naayiroobii galeera.
Deeggartoonni waldichaa fi qaamoleen tumsitootaa deeggarsa Baankii Misoomaa Afrikaa fi dameewwan toora xiyyeeffannoo adda baasuuf yaa’ii gaggeeffamu ta’uu ragaan Waajjira Ministira Muummee FDRI irraa argame ni mul’isa.
Qaamoleen deeggarsa maallaqaa dhiyeessaan deeggarsa isaanii akka dabalaan yaadachiisuuf ta’uu eerameera.
Deeggarsi kun gufuulee misoomaa Afrikaa fi carraalee jiran karaa sirriin keessummeessuuf daraan barbaachissaa akka ta’e eerameera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.