Fana: At a Speed of Life!

Jilli Dooktar Maqdaasiin durfamu Maqaleetti Hoospitaalaa Ayidarii daawwate

Finfinnee, Ebla 4, 2016 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdaas Dhaabaa fi Qoondaltoota olaanoo Mootummaan durfamu Maqaleetti Hoospitalaa Rifeeraalaa Ayideer fi Warshaa oomishaa Gilaavii Meedikaalaa Afoomii daawwateera.
Jillichi giddugalaa Wal’aansaa Carallaa Kaansaarii Hoospitaalaa Riifeeralaa Ayideeritti ijaaramaa jiru daawwateera.
Akkasumas Kenniinsa tajaajila Wal’aansaa Hoospitaallichaa daawwachuu ragaan Ministeera Fayyaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.