Fana: At a Speed of Life!

Jilli Dooktar Tashoomaan durfamu kutaa magaalaa Sabbataatti facaasaa qamadii jallisii bonee facaase

Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC) – Jilli Kantiibaa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan durfamu kutaa magaalaa Sabbataatti facaasaa qamadii jallisii bonee facaaseera.

Wabii nyaataa mirkaneessuuf hojiin qonna misoomaa Magaalaa xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Dooktar Tashoomaan ibsaniiru.

Magaalichatti bara kana lafa hektaara kuma 60 ol qamadii jallisii Boneen misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu dubbachuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii bulchiinsa magaalichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.