Fana: At a Speed of Life!

Jilli hogganaa Tuurizimii Afrikaa Kibbaan durfamu bakkeewwan hawwata tuurizimii magaalaa Finfinnee daawwate

Finfinnee, Bitootessa 16, 2015(FBC)- Jilli hogganaa Tuurizimii Afrikaa Kibbaan durfamu bakkeewwan hawwata tuurizimii magaalaa Finfinnee daawwachuu ibsame.

Jilichi Kolleejjii Poolisii Kolfee, Paarkii Tokkummaa, Addabaabaayii Michummaafi Paarkii Inxooxxoo daawwachuu ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.

Jilichi turtiisaan damee tuurizimiin Ityoophiyaa tumsaan hojjechuuf waliigaltee mallatteessuu eerameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.