Fana: At a Speed of Life!

Jilli Ministira Ministeera Tuurizimii Ambaasaaddar Naasisee Caaliin durfamu bakka argama Buna Arabikaa daawwate

Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Tuurizimii Ambaasaaddar Naasisee Caaliin durfamu Coocee bakka argama Buna Arabikaa daawwateera.

Jilli Ministira Ministeera Tuurizimii Ambaasaaddar Naasisee Caalii fi hoggantuu Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Usmaaniin durfamu Godina Jimmaa Aanaa Gommaatti argamuun bakka argama Buna Arabikaa kan taate Coocee daawwateera.

Jillichi Coocee Kattaa Mudhugaatti argamuun baankii dhala sanyii Bunaa Coocee daawwachuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii godina Jimmaarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.