Fana: At a Speed of Life!

Jilli naannoo Somaalee dhalattoota naannichaa Naayroobii jiraatan waliin mari’ate

Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC)-Jilli naannoo Somaalee hoogganaa Biiroo Invatsimaantii fi dhimmoota diyaaspooraa naannoo Somaalee obbo Abdussalaam Yusuufin durfamuu Naayroobiitti daawwanna gaggeessaa jira.
Jilichi guyyaa kaleessaa imbaasii Ityoophiyaatti argamuun dhalattoota naannoo Sumaalee Naayroobii jiraatan waliin mari’ateera.
Maricharratti kan argaman itti aanaan imbaasichaa ambaasaaddar Siraaj Rashiid haasaa taasisaniin, dhalattoonni naannoo Sumaalee imbaasicha waliin hariiroon hojjechuun misooma biyyaarratti shooraa olaanaa ba’achaa jiraachuu ibsuun kanaafis galateeffataniiru.
Hojiin kunis cimee akka itti fufuuf waamicha dhiyeessuusaanii ragaan Keeniyaatti imbaasii Ityoophiyaarra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.