Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Aganyawu Tashaagariin durfamu Naannoo Kibba-Lixa Ityoophiyaa jira

Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Jilli Afyaa’ii Mana Maree Federaashinii Obbo Aganyawu Tashaagariin durfamu Naannoo Ummattoota Kibba-Lixa Ityoophiyaa Magaalaa Boongaa seenaniiru.

Jilichi wayita magaalaa Boongaa galuttis Ittaanaa Pireezidaantii Naannichaa Injiinar Nagaash Wageeshoon simatamaniiru.

Obbo Aganyawu naannichaa kan dhaqaniif hundeeffamaa waggaa 1ffaa Naannoo Ummattoota Kibba Lixaa Ityoophiyaa kabajamurratti hirmaachuuf ta’uu ragaan komiikesshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Hundeeffamni waggaa 1ffaa Naannoo Ummattoota Kibba-Lixa Ityoophiyaa Sanbata borii sagantaalee garaagaraan kabajama.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.