Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Barsiisoo Fayyisaan durfamu hojiilee qonnaa magaalaa Baatuu dawwate

Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Jilli Ittaanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Baariisoo Fayyisaan durfamu hojiilee qonnaa magaalaa Baatuu daawwateera.

jilichi marga fooyya’aa nyaata beelladaa, misooma loon aannanii, misooma qamadii boneefi oomisha paappayaa daawwachuu ragaan Biiroo Qonnaa Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.