Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Dammaqaan durfamu hojiilee misoomaa naannoo Dabra Birhaan daawwachaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) – Jilli itti aanaa Muummee Ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makkoonniin durfamu hojiilee misoomaa Magaalaa Dabra Birhaanii fi naannoo ishee daawwachaa jira.
 
Manneen barnootaa daawwachuun daawwannaa isaanii kan eegalan hoggantoonni kunneen, Hospitaala Teerisharii Dabra Birhaan, Daandii Ankoobarii fi bu’uraalee misoomaa biroo ni daawwatu jedhameera.
 
Obbo Dammaqaan ijaarsa daandii Dabra Birhaan- Ganbaa- Lamiif dhagaa bu’uraa ni kaa’u jedhamee eeggama.
 
Daawwanna kanarratti ministeerroonni fi hoggantoonni olaanoon federaalaa fi naannolee argamaniiru.
 
Maddi:- TOI
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.