Fana: At a Speed of Life!

Jilli Obbo Fiqaaduun durfamu Shawaa Lixaatti sochii misoomaa daawwate

Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaan Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu sochii misoomaa Godina Shawaa Lixaa daawwateera.

Giddugala horsiisa loonii fi sagantaa nyaata barattootaa fi adeemsa baruufi barsiisuu daawwateera.

Hawaasni nyaata madaalawaa fi faayidaa barbaaddame loonirraa argachuu qaba jedhan Obbo Fiqaaduun.

Qabeenya beelladaa ammayeessuun bu’aa irraa argamu dabaluuf hojjetamuu qaba jechuu saanii ragaan Waajjira Kominikeeshinii godinicharraaa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.