Fana: At a Speed of Life!

Jilli obbo Malaakuu Allabaliin durfamu Paarkii Indaastirii Qindeessaa Qonna Bulbulaa daawwate 

Finfinnee, Bitootessa 27, 2013 (FBC)-Jilli Ministira Ministeera Daldalaa fi Indaastirii obbo Malaakuu Allabaliin durfamu Paarkii Indaastirii Qindeessaa Qonna Bulbulaa daawwateera.

Daawwannichaan Obbo Malaakuu Allabal ijaarsi waliigala paarkichaa haala gaariirratti akka argamu ibsaniiru.

Bu’uraaleen misoomaa hin xumuramiin hatattaman akka xumuramaniis hubachisaniiru.

Ijaarsi paarkicha wayita xumuramuu abbootii qabeenyaf banaa taasisuuf xiyyeeffannaa addaa akka barbaadu himaniiru.

Paarkiin Qindeessaa Qonnaa Bulbulaa dhuma baatii Eebila ni eebbifamaan eegama.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.