Fana: At a Speed of Life!

Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu Indaastiriiwwan Magaalaa Shaggar daawwate

Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC)- Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu Magaalaa Shaggaritti indastiriiwwan adda addaa Kilaastara Sabbataa daawwateera.

Daawwannicharratti Pireezidanti Shimallisiin dabalatee Ministira Ministeera Indastirii Obbo Malaakuu Allebal, Hoji Raawwachiistuu Itiyoo Teeleekoom Aadde Firehiiwoot Taammiruu fi kanneen biroo argamuu ragaan Waajjira Pireezidaantii Naannoo Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii https://www.facebook.com/afaanoromoofana

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.