Fana: At a Speed of Life!

Jilli preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamu aanaa Dandiitti Mana Barumsaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa eebbisiise

Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC)- Jilli preezdaant mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Shawaa Lixaa aanaa Dandiitti Manni Barumsaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa eebbisiiseera.

Manni barumsichaa baasii Birrii miiliyoona 21 oliin ijaarramee jedhameera.

Sirna eebba proojektichaarratti preezdaant mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa, Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan kilaastera Hawaasummaa obbo Addisuu Araggaa fi hoggantoonni naannichaa biroon argamaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.