Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni kutaa magaalaa Gullallee RIB’f deeggarsa akaakuu garagaraa Birrii miiliyoona 31 oliitti tilmaamamu taasisan

Finfinnee, Sadaasa 19, 2014 (FBC)- Jiraattoonni Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Gullallee raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa akaakuu garagaraa Birrii miiliyoona 31 oliitti tilmaamamu taasisaniiru.

Raayyaa ittisa biyyaa birmaddummaa biyyatti kabachiisuuf diina qolachaa jiruufis galaan qophaa’uu hoji raawwachiiftuun kutaa magaalichaa aadde Qonjiit Dabalaa himaniiru.

Dabalatanis sagantaa arjoommi dhiiga taasifamuun duultootaaf gaggeessaan taasifamuu ragaan fuula Feesbuukii raayyaa ittisa biyyarraa argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.