Fana: At a Speed of Life!

Jiraattoonni magaalaa Hawaasaa Filannoo boru gaggeeffamuuf sagalee laachuuf qophii ta’uu ibsan

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaa Filannoo boru gaggeeffamuuf sagalee laachuuf qophii ta’uu ibsaniiru.
Jiraattoonni kunneen iddoolee filannoon itti gaggeeffamuu qopheessaa jiraachuu himaniiru.
Guyyaa boruu yeroon ba’uun sagalee laachuuf qophaa’uu isaanii ibsaniiru.
Nageenya biyyaaf qaamni hundi qooda isaa ba’uu akka qabu gaafataniiru.
Birihaanuu Bagaashawutu gabaase.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.