Fana: At a Speed of Life!

Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee fandii sochootuu Birrii miiliyoona dhibba 5 eeyyame

Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC) – Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee dhiyeessii oomishaalee bu’uuraa fi gabaa tasgabbeessuuf liqii kanaan dura taasise dabalataan  fandii sochootuu Birrii miiliyoona dhibba 5 eeyyamuu ibsame.

Kaabineen magaalichaa yaa’ii idilee 2ffaa waggaa 1ffaa sadaasa 20, 2014 gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarsuu ragaan waajjira Seekretariyaat Preesii magaalichaarraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.