Fana: At a Speed of Life!

Kaabineen naannoo Hararii murtoo dabarse

Finfinnee, Bitootessa 21, 2015(FBC)- Kaabineen bulchiinsa mootummaa naannoo Hararii wixineewwan labsii garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.

Kaabineen naannichaa Danbii Ittiin Bulmaataa Abbaa Alangee Waliigalaafi Wixinee Labsii Hundeeffama Mana Amala Sirreessaarratti mari’achuun murtoo dabarsuu eerameera.

Bifuma kanaan kaabineen naannichaa Danbii Ittiin Bulmaataa Abbaa Alangee Waliigalaa sagalee guutuun raggaasisuufi Wixinee Labsii Hundeeffama Mana Amala Sirreessaa ammoo Mana Maree naannichaaf qajeelchuu ragaan kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.