Fana: At a Speed of Life!

Kaadhimamtoonni xumuraa hoggansa Federeeshinii kubbaa Miilaa ifooman

Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Koree raawwachiiftuu filannoon erga ilaallamee booda Kaadhimamtoonni xumuraa hoggansa Federeeshinii Kubbaa Miilaa fi Koreen Hojii raawwachiiftuu ifoomeera.

Haaluma kanaan kaadhimamtoonni xumuraa hojii raawwachiiftuu 32 fi kaadhimamtoonni hoggansaa federeeshinichaa 3 xumuraaf dhiyaataniiru.

Akkasumas Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa iddoo yaa’ii filannoo waliigalaa itti gaggeessuu jijjiireera.

Federeeshinichi yaa’ii waliigalaa Magaalaa Goondaritti gaggeessuuf karoorfatus iddoon yaa’ii waliigala 14ffaa fi yaa’ii filannoo waliigalaa itti gaggeeffamu akka jijjiirramu murtaa’uu ragaan Federeeshinichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.