Fana: At a Speed of Life!

Karoora Hojii Bara 2015 Mootummaa Naannoo Oromiyaarratti mari’atamaa jira

Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Karoorri Hojii Bara 2015 Mootummaa Naannoo Oromiyaa Bakka Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi Sadarkaa Itti Aanaa Preezdaantiitti, Qindeessitoonni Kilaasteraa argamanitti ilaalamuu eegaleera.
Marii gaggeeffamaa jiruun Karoorri Kilaastera Baadiyaa, Biiroo Qonna Oromiyaa,Misooma Jallisii fi Horsiisee Bulaa Oromiyaa, Ejansii Babal’ina Waldaa Hojii Gamtaa Oromiyaa ilaalamaa jiraachuu ragaan waajjira Preezdaantii naannoo Oromiyaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.