Fana: At a Speed of Life!

Keeniyaatti balaa lolaa mudateen lakkoofsi namoota du’anii 228 caaluu ibsame

Finfinnee, Ebla 28, 2016 (FBC) – Keeniyaatti Rooba cimaa roobaa jiru hordofee balaa lolaa mudateen lakkoofsi namoota du’anii 228 caaluu Ministeerri Dhimma Alaa biyyattii beeksise.

Torbee itti aanus naannawaa Sululaatti balaan fi sigiga lafaa mudachuu akka danda’u ministeerichi ibsa baaseen himeera.

Biyyattiitti balaan lolaa mudate bu’uuraalee misoomaa fi qabeenya hedduu barbadeessu ibseera.

Kana hordofee lubbuun namoota 228 darbuu fi namoonni kumni 212 fi 630 qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’uu Reuters gabaaseera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.