Fana: At a Speed of Life!

Kilabiin Abdii Sulultaa Liigii 1ffaa Ityoophiyaatti guddate

Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC) – Tapha nuusa xumuraa Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Ityoophiyaan Kilabiin Abdii Sulultaa Mangee Belashaangul injifachuun Liigii 1ffaa Ityoophiyaatti guddateera.

Taphni sa’aa idilee 1-1 qixaan xumuramuun rukkuttaa adda baastuun Kilabiin Abdii Sulultaa 4-2 M.Belaashangul mo’achuun Liigii 1ffaa Itiyoophiyaatti guddateera .

Dambi Doolloon Mattaaferiyaa Kiflee injifatamuu tapha walakkaa xumuraaf osoo hin darbin hafeera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.