Fana: At a Speed of Life!

Kilabiin Kubbaa Miilaa dubartoota Amboo Gooal FIFAn gara Liigii Olaanoo Ityoophiyaa 2016tti guddate

Finfinnee, Waxabajjii 28, 2015 (FBC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa dubartoota Amboo Gooal FIFAn Kilaba Paayileetii Sidaamaa injifachuun liigii Olaanoo Ityoophiyaatti guddateera.

Kilabichi tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonaa Kilaboota Naannoolee Ityoophiyaan Kilaba Paayileetii Sidaamaa 3-0 injifachuun gara Liigii Olaanoo Ityoophiyaa 2016tti guddachuu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.