Fana: At a Speed of Life!

Kiristoofer Nikuunkuun Paawundii miiliyoona 52 Cheelsitti makame

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Kirstoofer Nikuunkuun Paawundii miiliyoona 52 Cheelsitti makamuu kilabichi ifoomse.

Taphataan sarara fuulduraa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Faransaayii fi Kilaba RB Leepzig Kiristoofer Nikuunkuun Paawundii miiliyoona 52 gara Cheelsitti makamuu isaa ibsameera.

Dargaggoon umrii waggaa 25 Kiristoofer Nikuunkuun taphoota Buundesliigaa darbe keessaatti taphoota 25 taphateen galchii 16 galchuu danda’eera.

Arsenaal ammoo taphataa sarara gidduu Weest Haam Yuunaayitiid Deeklaan Raayisiif Paawundii miiliyoona 90 dhiyeesseera.

Kun ammo riikkardii kilabichi hanga ammaatti jijjiirraa taphataaf baasaa ture kan cabse jedhame.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.